Premium Only Content
Riqicha Waanjoo Gabrummaa Cabsa
#birmaduu #oromia #selfdetermination #wbo
YouTube.com/@Birmaduu
Riqicha waanjoo gabrummaa cabsa!
Haa cabuu!
Kan wanjeesaan irra ce'uu
Cabsa!
Haa cabuu!
Dhaloota duraan gaaga'e
Kan ammaa duguuguuf yaa'u
Cabsa! Cabsa! Cabsa!
Haa cabuu!
Waan hin taane maaltu jira
Shira ormaan takaalamne
Amma geenyu utuu beeknu
Amma geenyu, ga'u dhabnee
Waan hin taane maaltu jira
Shira ormaan takaalamne
Amma geenyu utuu beeknu
Amma geenyu, ga'u dhabnee
Har'a garuu Qabsaa'otaf
Har'a garuu Oromoodhaaf
Har'a garuu ...
Har'a garuu Barattootaaf
Har'a garuu Oromoodhaaf
Har'a garuu ...
Galanii isaaniif haa ta'u
Lafee isaaniitiin ijaaramne
Dhiiga isaaniin wal suphiine
Tooftaa diinatti dammaqne
Yaaddoo taane, yaadeessine!
Riqicha waanjoo gabrummaa Cabsa!
Haa cabuu!
Kan wanjeesaan irra ce'uu
Cabsa!
Haa cabuu!
Dhaloota duraan gaaga'e
Kan ammaa duguuguuf yaa'u
Cabsa! Cabsa! Cabsa!
Haa cabuu!
Bara dhufaa darbaa deemu
Yoomi nuuf dhimmu, nuuf tolanii
Nuyi dhuman dhiimma baha
Xiqqaa taane, nuu xiqqeessaani
Bara dhufaa darbaa deemu
Yoomi nuuf dhimmu, nuuf tolanii
Nuyi dhuman dhiimma baha
Xiqqaa taane, nuu xiqqeessaani
Har'a garuu Qabsaa'otaf
Har'a garuu Oromoodhaaf
Har'a garuu ...
Har'a garuu Barattootaaf
Har'a garuu Oromoodhaaf
Har'a garuu ...
Galanii isaaniif haa ta'u
Lafee isaaniitiin ijaaramne
Dhiiga isaaniin wal suphiine
Tooftaa diinatti dammaqne
Yaaddoo taane, yaadeessine!
-
20:26
MattMorseTV
11 hours ago $19.29 earnedTheir PRIVATE CHAT just got LEAKED.
58.3K187 -
23:26
Nikko Ortiz
15 hours agoI Destroy Girls In Airsoft...
4.82K14 -
13:27
GritsGG
19 hours agoNew "High Octane" Warzone LTM! Spoler... It's FUN!
6.73K1 -
21:52
MetatronHistory
1 day agoWhy did the Romans Stop Using this Armor?
3.86K2 -
1:14:42
Sam Tripoli
13 hours ago $3.17 earnedDeep Waters: The Real Houseboys of Miami
21.5K5 -
1:50
FusedAegisTV
1 day ago#1 JRPG Streamer on THE PLANET GOES SSJ3 (FusedAegisTV Trailer)
13K1 -
3:06:07
Alex Zedra
6 hours agoLIVE! Arc Raiders
179K7 -
2:39:08
Nerdrotic
9 hours ago $3.58 earnedA Knight of the Seven Kingdoms REVEW - Episode 2 Hard Salt Beef
24.1K3 -
52:05
Stephen Gardner
1 day ago🔴Trump’s RED STATE OPERATION - What I Explained on Alex Jones
66.5K256 -
SpartakusLIVE
10 hours agoBACK on my MAIN Account || ARC RAIDERS - TONIGHT
159K13