Premium Only Content
Kan namni naaf hin argine
#birmaduu #oromia #freedom
YouTube.com/@Birmaduu
Kan namni naaf hin argine
Argees kan naaf hin suphiine
Ilkee Onne koo hidde
Kan qalbiin koo ittin cabde
Qaba.
Kan namni naaf hin argine
Argees kan naaf hin suphiine
Ilkee Onne koo hidde
Kan qalbiin koo ittin cabde.
Ilkee Onne koo hidde
Kan qalbiin koo ittin cabde.
Anaaf kuni
Quuqaa gola sammu ti
Quuqaa gola sammu ti
Nyaataa dhuka lafe ti.
Quuqaa gola sammu ti
Madaa hidda handhuura ti.
Quuqaa gola sammu ti
Nyaataa dhuka lafe ti.
Quuqaa gola sammu ti
Madaa hidda handhuura ti.
Inni tokko
Utuu boo'u
Utuu iyyu qalama
Inni tokko
Utuu cabsu
Uttu miidhu ti muudama.
Biyyi lafa
Isa kaaniif ni arjooma
Isa kaaniif miidhama
Ani beeka garuu
Isa argateefis
Isa dhaabeefis
Guyyaan firdii tokkuma.
Hiyyeessi hagabu bula
Mar’ummaan guddunfate
Joore, dafqe, homaa dhabe
Dhugaan dura jal’ate
Firdii sirriin okkole
Imali isaas bushaa'e
Sobni sobaan dorrobe ti
iddo dhuga of kaa'e.
Inni tokko
Utuu boo'u
Utuu iyyu qalama
Inni tokko
Utuu cabsu
Utuu miidhu ti muudama.
Biyyi lafa
Isa kaaniif ni arjooma
Isa kaaniif miidhama
Ani beeka garuu
Isa argateefis
Isa dhaabeefis
Guyyaan firdii tokkuma.
Isa tokko
Waame teessisa
Barcuma qabe
Isa tokkoof
Dhiqaa darbata
Maddi irra arraabe.
Inni tokko
Sobaan ol gale
harkaan gaallabe
Inni tokko
Imimmaan dhugga
dhuga isa dhabe.
Hundee malaammaltumma
Garaa wal-wal caalchisu
Qaro dhuga hin ilaalle
Leenci Yihudaa hin dhiisu.
Eenyutu darbe qajeelcha
Murto biiftu garas
Garaan dhugaaf dhukkube
Gati qaba gaafas.
Hundee malaammaltumma
Garaa wal-wal caalchisu
Qaro dhuga hin ilaalle
Leenci Yihudaa hin dhiisu.
Eenyutu darbe qajeelcha
Murto biiftu garas
Garaan dhugaaf madaa'e
Gati qaba gaafas.
Hundee malaammaltumma
Garaa wal-wal caalchisu
Qaro dhuga hin ilaalle
Leenci Yihudaa hin dhiisu.
Eenyutu darbe qajeelcha
Murto biiftu garas
Garaan dhugaaf dhukkube
Gati qaba gaafas.
Gati qaba gaafas
Gati qaba gaafas
Gati qaba gaafas
Gati qaba gaafas.
Gati qaba gaafas
Gati qaba gaafas
Gati qaba gaafas
Gati qaba gaafas.
-
21:52
MetatronHistory
1 day agoWhy did the Romans Stop Using this Armor?
3.86K2 -
1:14:42
Sam Tripoli
13 hours ago $3.17 earnedDeep Waters: The Real Houseboys of Miami
21.5K5 -
1:50
FusedAegisTV
1 day ago#1 JRPG Streamer on THE PLANET GOES SSJ3 (FusedAegisTV Trailer)
13K1 -
3:06:07
Alex Zedra
6 hours agoLIVE! Arc Raiders
179K7 -
2:39:08
Nerdrotic
9 hours ago $3.58 earnedA Knight of the Seven Kingdoms REVEW - Episode 2 Hard Salt Beef
24.1K3 -
52:05
Stephen Gardner
1 day ago🔴Trump’s RED STATE OPERATION - What I Explained on Alex Jones
66.5K256 -
SpartakusLIVE
10 hours agoBACK on my MAIN Account || ARC RAIDERS - TONIGHT
159K13 -
2:10:26
TheSaltyCracker
9 hours agoDon't Get Dead ReeEStream 01-25-26
114K342 -
37:57
Sarah Westall
8 hours agoWhat Comes Next May Shock People | Gerald Celente
39.2K25 -
2:28:01
vivafrei
19 hours agoEp. 301: Another Minnesota Shooting? Don Lemon Innocent? SCOTUS Ruling! Injustice in Arkansas & MORE
190K255