Premium Only Content

Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Caamsaa 17-2025 itti dhiyaadhaa!
Akeekkachiisa lagannaa hojii ogeeyyii fayyaaf kennamaa Jiru.PPn karaa ministeeraa fayyaa, hoggantootaa fi faarsee bulaa isaanii gaaffii ogeeyyii kana gara dabarsuu irratti maaliif xiyyeeffate , Biyyi guddinni GDP koo dabale jettuuf, Yeroo uummatni nagaa dheebotee gaafachaa jirutti PP akka lolaaf qophaa'utti dorgaggoota guuruu itti fufee jira. Impaayerattii keessatti rakkoo qaala'iinsa jireenyaan uummatni rakkachuun cinaatti tajaajila mootummaan kennu argachuufuu mallaqa matta'aa kennuutu jira, saamichi lafaas hamaadha. Bulchiinsi Abiy Ahimed sirna dhablummaa kana dagaagsee maaliif qabatee deemuu fedhe Rakkoon kamuu Impaayerattii keessatti deemu Oromoo osoo hin gaaga'in hafu. Sirna sabicha ajjeesee fi hidhee dararu jalatti nagaan isaa eegamuu hanqatee gaaga'ama biraaf saaxilamaa erga jiraatee
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaadaa fi Qeeqa Yoo Qabaattan Toora Email Keenya [email protected] Nu Argachuu Dandeessu!
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️
-
1:43:56
Tundra Tactical
5 hours ago $3.23 earned🛑LIVE NOW!! FBI Gets Caught LYING About Good Guys With Guns For 10 YEARS!!!!
22.9K1 -
DVR
BlackDiamondGunsandGear
2 days agoAFTER HOURS ARMORY / Antifa / Lies/ Prison time
11.8K1 -
DVR
DLDAfterDark
4 hours ago $1.35 earnedThe After Hours Armory! Tonight is The Chat's Chat! God, Guns, and Gear!
15.9K -
3:32:18
Mally_Mouse
7 hours ago🌶️ 🥵Spicy BITE Saturday!! 🥵🌶️- Let's Play: Phasmophobia
33.9K2 -
1:13:19
iCkEdMeL
3 hours ago $7.34 earnedChaos Explodes in Chicago & Portland | Feds Clash with Protesters!
26.7K6 -
21:54
Exploring With Nug
1 day ago $7.53 earnedScuba Diving Missing Person Search Leads to Discovery of Classic Cars!
49.5K8 -
LIVE
Phyxicx
8 hours agoStar Wars: Movie Battles II Community Event hosted by ReaperAF95 - 10/4/2025
124 watching -
1:19:51
World2Briggs
6 hours ago $2.14 earnedThe US This Week
29.2K2 -
2:31:13
Joker Effect
3 hours ago"MAKE STREAMING GREAT AGAIN" - Brands Step Up Finally. Birth of Rumble Community. Taking Leadership
16.6K1 -
5:02:17
Illyes Jr Gaming
7 hours ago"Machine Gun" Takes On BLACK OPS 7 Beta DAY 3!!!
10.7K