Qophii Dubbii Ijoo ONM-ABO Caamsaa 22-2025 itti dhiyaadhaa!

4 months ago
22

Bulchiinsi Abiy Ahimed haala maalii irratti mootummaa Oromooti jedhama ? Dhiitaa mirga namoomaa Oromiyaa keessatti deemaa jiru waliin wal bira qabdee yoo ilaaltu maal fakkaata? Impaayerattii riiformii, jijjiirama, guddina, diimookiraasii, teekinooloojii, piroojektii, kooriidarii jechootni jedhaman irra deddeebiin mataa oduu miidiyaalee fi qondaaltota PPti. Haala kana madaallii jireenyaa lammiilee fi hojii impaayerattiin akkamiin ilaalta
Arraata Biyyoolessa Oromiyaa:-
Facebook:-
https://www.facebook.com/profile.php?id=61560975402063
Twitter:-
https://twitter.com/ArraataO
Telegram:-
https://t.me/onm_AbO11
YouTube:-
https://youtu.be/FkPpL5_IzQU?si=6DybAbG7F9Ox_X3z
Rumble:-
https://rumble.com/c/ONM
Yaadaa fi Qeeqa Yoo Qabaattan Toora Email Keenya [email protected] Nu Argachuu Dandeessu!
Arraatni Biyyoolessa Oromiyaa Afaan Saba Oromoo fi Qabsoo Bilisummaa Oromooti.
Yaadaa fi qalbii guutuun hordofaa❗️

Loading comments...